Faawundeeshiniin Ali Birraa Yuunivarsiitii Haramaayaa Waliin tahuun Aanaa Gooroo Muxii, laaybrarii Dijitaala hundeessuun eeybise

ABF

Faawundeeshiniin Ali Birraa Yuunivarsiitii Haramaayaa Waliin tahuun Aanaa Gooroo Muxii, Mana Baruumsa sad. 2ffaa Muxiitti laaybrarii Dijitaala hundeessuun eeybise

Sirna Eeybaa kanarratti Waahila Dr. Kab. Artist Ali Birraa Kabajamoo Dr. Artist Mohammed Qophee, Miseensa mana marii bakka bu’oota ummataa aanaa gooroo muxii fi gorsaa prezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Kabajamoo Obbo Mohammedin Kebirhussen, bulchaa I/aanaa Bulchiinsa G/Bahaa, Kabajamoo Obbo Jaafar Yuusuf, Bulchaa Aanaa Gooroo Muxii fi Hoji Gaggeessaa Faawundeeshinii Ali Birra Obbo Asad Fahmi argamuun eeybifamee jira.

Facebook
Twitter
LinkedIn
WhatsApp
Telegram

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

3rd Year Memorial Tribute DR. Ali Birraa

3rd year memorial tribute!

Honering Dr. Artist

Ali Birra

January - 28 /2026

Cairo, Egypt

Get notified about new articles